2 thoughts on “Suuratu Al-Kahf irraa Qormaata Gabaabaa”
Chala Ibrahim Abdushakur
Jazakallahu Keyran
Hojii baay’ee gaariidha itti nuuf fufaa inuma gara online barsiisufii InshaAllah gara fuul duratti University Islaamatti ol siiysuf dhunfaa fi namoota hirmaachisun hojiin Beekkumsa Software &internet fayyadamu Islaamaaf Akka hojjatan Isinif dhaamu fi isin jajjabeeysu kiyya *Ani hojii keeysan heddu irra fayyadamee website Sammubani,app,Kitaabaa pdf hunda irrahu. Hojii keeysan Rabbiin isinirra qeebalee Addunya fi akiratti isin ha mikeeysu
Barnoota isin hawaasaa barsiistan hunda Rabbiin isinif ha barakeeysu
beekkumsa fi gaalii isinif baayyisee diinii tajaajilu irratti Istiqaamaa Iklaasa fi khatimaa isin tolchun isinirra qeebalee midda gaarii isiniif ha kennu Ilaahin
Dhifama Hojii kessanitti gammadee yaada baayyisee
Anis hojiin akka keeysani kun fakkeenya koo gaariidha ammaf barataadha adama Science and technology University wagga 4 baradha
Keessi koo software engineering fadha ammaf Haa field engineering ka bira barachuu jira Anafille duu’aa’ii godha
Aamiin, jazakallahu kheyran. Maa sha Allah software kana irratti xiyyeeffachuun osoo website fi app development sirritti barattee ummata keenya fayyadde baay’ee natti tola.